plagueoro

Document Sample
plagueoro Powered By Docstoc
					         Minnesota Department of Health
Plague
         Waraqaa waa’ee Baayooteereriisiim dhugaa hiimmtu/dubaatu                          12/14/2005
         Pileegiin (Plague)
         Pileegiin maali (plague)?
         Pleegiin dhibee jarmiidhaan (bacteria)              •   Septiisemiik plague (dha’iicha jarmii
         uumaamu. Dhibee uumama keessatti karaa                  (bacteria) kan dhiiga dhibsiisudha.
                              bookee naannoo manaa               Dhibeen kuni baayee beekamaa miti.
                              dhufu wallakan wallkan             Dhibee uumaa keessatii argaamu keessaa,
                              kanamaa ciiniinan (rodents)        harka dhibba keessaa harka 20 dha.
                              waan akka tafkii/taif (flea)   •   Niimoonik pileegii (Pneumonic plague)
            Taffkii/Taffii    dhufa. Bara jaarraa kudha          kan jedhamu dhibeen isa baayee
            gaagaa'ama       afuuri keessa (fourteen             cimaadha. Hata’u malee, uumaama
               qabdu         century) dhibee/gaagaa'ama          keessatti baayee xiqaatee argama. Kan
                             biyaa keessatti karaabubbee         inni argaamus harka dhibba keessaa harka
         gudaaa sadii facca'ee nama harkaa sadii keessaa         14 gadiidha. Haata’uu malee jarmiin
         hark tokko haga harka walaakaa (one-third to            dha’iicha kana kan inni dhufuu danda’u
         one - half) lakoobsa nama baayee biyya lafaa            kara shoroorikeesiituu jedhamee
         keessa kan ajjeese, bakka gaagaamii kuni                amaanama. Kuni kan ta’uu dandaa’u
         dho'ee facaa'ettii.                                     yamuu jarmii kuni somba namaatti
         Galaatoomni guddaan quliiqulinaa fi jiijiirama          galuudha. Kunis neuumoonia isa cimaa
         haala jiireenyootaf hata'u malee dha'iici kuni          dadaafiidhaan fida.
         dho'ee facaa'uudhaaf charaa inni har’a' qabu            Miiliikiitooni dhibee enumooniiki waan
         baayee xiqqaadha. Haata'u malee, waggaa                 akka qaama nama gubuu, laphee nama
         tokko keessatti gara dha'iichoota 2,000 kan             dhukubsaachiisa, nama qufaasiisa, afuura
         ta'aaniitu biya lafaa hundaa keessa                     nama kutuu fi dhiiga nama/furii dhiiga
         gal’meefaaman, kunis gara 15 kibbaa dhi'aa              nama tuffsiisa. Yoo walaansi
         Ameerikaatti (U.S.)                                     antiibaaiootiiks nama kanaaf saa’atti 24
                                                                 keessatti hinkeenamuuf ta’e naamni ofi
         Dha'iichi bifa sadii qaba:                              isa walaaluudhaan dadaafiidhan du’a.
                                                                 Dukkubsaatan dadaafiidha dhibee kanaaf
          •   Dha'iicha Buuboonik (bubonic plague)
                                                                 walaansa hinargaatu yoo ta’e harka 100
              dhibee baayee uumama keessatti kan
                                                                 keessa hark 100 ni du’u.
              bekameedha, Rakuun dhibee kana kan
              inni beekaamu harka dhibba keessaa                 Miiliikiitooti dha’iicha neuumooniki erga
              harka 75- 97 ti. Mallaattooti isaa dada            abbichi jarmii kanaan dirame booda
              fiidhaan qaama nama gubuu, qabanaa'uu,             guyyaa tokko ykn lama keessatti
              dadhaabiina, dhukuubi namaitti                     miiliikiiti isa argaama.
              dhagaa'amuu hiddi qamaa nama
              dhidhiita'uu ykn buubiosii (buboes).
Oromo




                                Communications Office
                                625 North Robert Street
                                PO Box 64975
                                St. Paul, MN 55164-0975
                                (651) 201-4989
                                www.health.state.mn.us
Pileegiin (Plague) – Fuula 2
Akkamitti dha’iicha kana                            •   Jarmiin qil’eensa keessatti gadi dhiifame
argaachuu dandeesa?                                     dhaa'iicha isa hamaa niimoonik
                                                        (pneumonic) uuma.
Namooni kan isaan dha’iicha bubon (bubonic)
jedhamu argaatan saa’ootii dhibee kanaan            •   Dhibeen niimoonik kuni nama irraa gara
qabaman irratti. Jarmiin kun tafkii/taffii irra         namaa itti darbuudhaan dhibee kana
kan argaman raamoo sillmii irratti ykn saa’ootii        daraan nama keessa facaasuu dandaa'a.
dhibee kanaan du’ani itti yeroo nafa isaaniitti     •   Dhibeen niimoonik jedhamu dhibee du'a
buu’aniidha.                                            guddaa fiduudha.
                                                    •   Duka'uun dha'iicha dhibee niimoonik
Namooni gaagaama neumoonik (pneumonic)
                                                        sodaa fi naasuu guddaa uumata keessatti
coocoobtoota jarmii kana qabuun yoo
                                                        uumuu dandaa'a.
liqiimmsa dhibee kana argaachuu danda’an.
Coocoobtooti kuni namoota ykn horii mana
                                                   Miiliikiiti inni jalqabaa kan niimoonik
keessa dhibee kana qaban qil’eensa keeatti yoo     rukuuttaa isaan namoon baayee waan afuura
quufaan afuura isaani baafatanii dha. Haata’u
                                                   baayisani baafaachuu hindandeenyeef namooni
malee, yoo gaagaa’ama jarmii (plague bacteria)     kuni baayinaan ergaan takkaa erga dhibee
kana akka meeshoolii lolaati dhimma itti           kanaan qabanii guyaa tokko haga lamaatti gara
baa’ani qil’eensa keessatti gad-dhiisan dhiibeen   hoospiitala ykn mana wal’aansa itti fiigu.
kuni namaa qabuun isaa beekamaadha.                Yeroo sanatti jarmiin qil’eensa keessa hinjiru,
                                                   yoo dadaafiidhaan wal’aansa barbaachisa kuni
Dhibee/dha'iicha kuni namoota                      hingodhamu yoo ta'e namni baayee dhibee
irraa si qabuu ni danda'a?                         kanaan qabamee du'uu danda'a.
Eeyee- namoota dhibee kanaan qaban yammuu
qufa’ni qil’eensa keessatti goroora isaani yeroo   Balaa’an dha’iichaa ittifaamuu ni
gad-dhisan yoo qil’eensa wajiin liqimmsiite        danda’a?
dhibeen kuni si qabuu dandaa'a.                    Yoo yaalii guddaa kitiibaata dhibee kana akka
                                                   inni nama hinqabne ittiisuuf qopheesuuf
Maaliif dha'iichi kuni meeshaa                     godhame iyyuu bala’a dha’iicha kana ittiisuuf
shororikeessiitu ta'uu ni                          kitiibaatiin keenamu hinjiru. Yoo namooni
danda'ama jedhamee yaadama?                        namoota ykn horii’jarmii dha’iicha kanaan
Waggaa 60maaf dha'iichi akkaamiiti akka            qabaaman itti diraaman akka isaan
meeshaa ta'uu dandaa'amu xiinxalamaa ture.         hindhukubsaaneef antibyootiks (antibiotics) tu
Jaabaaniin yeroo Lola Aduunya II boombii itti      kenaamaaf- kunis yoo wal’aansi dadaafiidhaa
daha'iicha keese akka inni bookee qabaatuu fi      kenameefiidha.
bookeen immoo aka nama ciiniintuuf dhimma
ba'uudhaaf irra dedeebi'ani yaalii gudaa godhaa    Jarmiin (bacteria) yoo qileensa keessatti gadi
turan. Bara 1950 fi 1960 keessa Ameerikaa fi       dhiisan kan inni jiraachuu dandaa’u yeroo
biyya Soviet yunian (Soviet Union) jedhaamtu       saa’atti tokko gadi. Jarmooni kunis aaduun,
akkaata itti jarmii dha'iicha kana qil’eensa       ho’aa fi gogi isaan ajjeesa. Akkuma jarmii kana
keessatti gad-dhiisan uuman.                       itti diraamteen saa’atti tokko isa duraa keessatti
                                                   dafftee yoo crra daftee uffata/hucuu qaama kee
Dha'iich meeshaa biyooloogiikaalii (biological)    irraa dhiqattee carraa dhibee kanaan
ta'uu ni dandaa'a. Sabaabii isaa:                  dhukkubbsaachuu kee ni xiqeesiita, haata’u
  • Jarmii kana qil’eensa keessatti gad-           malee, dhibee kana ofi irra ittisuuf amma iyuu
      dhiisuudhan namooni lakkoobsa isaanii        wal’aansa atiibayootiks fudhachuu qabda.
      baayee ta'e akka isaan balaa kanaan
      gaagaa'aman godha.
Pileegiin (Plague) – Fuula 3
Dhibeen dha’iicha ofi irra ittiisuun               Maal godhu nara jira yoo ani tarii
ni danda’ama?                                      gaagaa'ama dhaa'iicha
Dhibeen dha'iicha erga nama qabee                  argaadheera ta'e?
miliikiiti/mallaatoon isa saa'atti 24 keessattii   Yoo gaagaa'ama dhaa'iichaatiin qabaamteeta
argaameeti wal’aanamuu qaba. Yoo                   ta'e beekuu hindandeesu. Haata'u male, yoo
hinwal’aanamu ta'e dha;iichii niimoonik            dhibee kanaan qabaameera jetee yoo aamaante
(pneumonic) jedhamu dhibee nama ajjeeesuu          dadaafiidhaan dokktorii keetti hasaa'ii.
danda'uudha.                                       Akkasumas sochii yookan waan nama
                                                   shakiisiisu naannoo kee keessatti yoo agarte
                                                   ta’e, akkasumasitti dabaalte, yoo jarmii
                                                   dhibeekana fidu akka meeshooliiitti dhimma
                                                   ba'amuuf jédamee yaadama jira ta'e namaa
                                                   seera naannoo keetti eegu itti barsiisi.

				
DOCUMENT INFO
Shared By:
Categories:
Tags:
Stats:
views:5
posted:2/26/2011
language:English
pages:3